عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The Opening [Al-Fatiha] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Surah The Opening [Al-Fatiha] Ayah 7 Location Maccah Number 1

(Nin jalqaba) Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Taheetiin.[1]

Galanni (Faaruun) hundi tan Rabbii Gooftaa aalamaati. [2]

Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa. [3]

Abbaa (mootii) guyyaa murtii (guyyaa galataa). [4]

Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan (karaa) warra irratti dallanamee hintahin, kan (karaa) jallattootaa (hintahin) (nu qajeelchi) [7]