عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

Jonah [Yunus] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 4

Surah Jonah [Yunus] Ayah 109 Location Maccah Number 10

إِلَيۡهِ مَرۡجِعُكُمۡ جَمِيعٗاۖ وَعۡدَ ٱللَّهِ حَقًّاۚ إِنَّهُۥ يَبۡدَؤُاْ ٱلۡخَلۡقَ ثُمَّ يُعِيدُهُۥ لِيَجۡزِيَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ بِٱلۡقِسۡطِۚ وَٱلَّذِينَ كَفَرُواْ لَهُمۡ شَرَابٞ مِّنۡ حَمِيمٖ وَعَذَابٌ أَلِيمُۢ بِمَا كَانُواْ يَكۡفُرُونَ [٤]

Deebiin hunda keessanii gara Isaati. Waadaa Rabbiin (beellamee dha) kandhugaati. Isatu uumuu jalqabee, ergasiis isa deebisa. Isaan amananii, toltuu dalaganiif haqaan mindaa isaaniif kennuuf (akkas godhe). Isaan kafaran waan kafaraniif jecha isaanif dhugaatii danfaa irraa ta’eefi adabbii laalessaatu jira.