عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

Jonah [Yunus] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 42

Surah Jonah [Yunus] Ayah 109 Location Maccah Number 10

وَمِنۡهُم مَّن يَسۡتَمِعُونَ إِلَيۡكَۚ أَفَأَنتَ تُسۡمِعُ ٱلصُّمَّ وَلَوۡ كَانُواْ لَا يَعۡقِلُونَ [٤٢]

Isaan irraa kanneen gara kee dhageeffatantu jira. Sila ati namoota gurri duude dhageessiftaa? odoo isaan aqlii hin qabaannellee.