The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesJonah [Yunus] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 5
Surah Jonah [Yunus] Ayah 109 Location Maccah Number 10
هُوَ ٱلَّذِي جَعَلَ ٱلشَّمۡسَ ضِيَآءٗ وَٱلۡقَمَرَ نُورٗا وَقَدَّرَهُۥ مَنَازِلَ لِتَعۡلَمُواْ عَدَدَ ٱلسِّنِينَ وَٱلۡحِسَابَۚ مَا خَلَقَ ٱللَّهُ ذَٰلِكَ إِلَّا بِٱلۡحَقِّۚ يُفَصِّلُ ٱلۡأٓيَٰتِ لِقَوۡمٖ يَعۡلَمُونَ [٥]
Inni Isa aduu madda ifaa, baatii ifa taasisee, akka lakkoofsa waggootaafi herregaa beektaniif jecha bakka (buufata) isaaf (Ji’aaf) godheedha. Rabbiin kana dhugaan malee hin uumne. (Rabbiin) keeyyattoota namoota beekaniif addeessa. [2]

