The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesJonah [Yunus] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 74
Surah Jonah [Yunus] Ayah 109 Location Maccah Number 10
ثُمَّ بَعَثۡنَا مِنۢ بَعۡدِهِۦ رُسُلًا إِلَىٰ قَوۡمِهِمۡ فَجَآءُوهُم بِٱلۡبَيِّنَٰتِ فَمَا كَانُواْ لِيُؤۡمِنُواْ بِمَا كَذَّبُواْ بِهِۦ مِن قَبۡلُۚ كَذَٰلِكَ نَطۡبَعُ عَلَىٰ قُلُوبِ ٱلۡمُعۡتَدِينَ [٧٤]
Ergasii isa booda (nuuh booda) ergamtoota gara ummata isaanii ni erginee, mallattoowwan ifa ta’aniin isaanitti dhufan. Isaan waan san dura kijibsiisan sanatti kan amanan hin taane. Akka kanatti onnee daangaa dabritootaa irratti cufna.

