The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesJonah [Yunus] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 81
Surah Jonah [Yunus] Ayah 109 Location Maccah Number 10
فَلَمَّآ أَلۡقَوۡاْ قَالَ مُوسَىٰ مَا جِئۡتُم بِهِ ٱلسِّحۡرُۖ إِنَّ ٱللَّهَ سَيُبۡطِلُهُۥٓ إِنَّ ٱللَّهَ لَا يُصۡلِحُ عَمَلَ ٱلۡمُفۡسِدِينَ [٨١]
Yeroo isaan darban Muusaan ni jedhe: “Wanti isin isaan dhuftan falfalaa, Rabbiin isa balleessa. Rabbiin dalagaa badii hojjattootaa hin tolchu.

