The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe day break [Al-Falaq] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center
Surah The day break [Al-Falaq] Ayah 5 Location Maccah Number 113
Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha. [1]
Hamtuu waan Inni uumee (tan nama miituu) irraa.
Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e (hamtuu halkan keessa argamtu) irraas,
Hamtuu (dubartii sihrii) guduunfaalee keessatti tuftu irraas, [2]
Hamtuu haasidaa yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”

