The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesJoseph [Yusuf] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 40
Surah Joseph [Yusuf] Ayah 111 Location Maccah Number 12
مَا تَعۡبُدُونَ مِن دُونِهِۦٓ إِلَّآ أَسۡمَآءٗ سَمَّيۡتُمُوهَآ أَنتُمۡ وَءَابَآؤُكُم مَّآ أَنزَلَ ٱللَّهُ بِهَا مِن سُلۡطَٰنٍۚ إِنِ ٱلۡحُكۡمُ إِلَّا لِلَّهِ أَمَرَ أَلَّا تَعۡبُدُوٓاْ إِلَّآ إِيَّاهُۚ ذَٰلِكَ ٱلدِّينُ ٱلۡقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَعۡلَمُونَ [٤٠]
Maqoota isiniifi abbootiin keessan moggaaftan (taabota) malee Rabbii gaditti waan biraa gabbaraa hin jirtan. Rabbiin ishee (gabbaruu) tti ragaa tokkos hin buufne; murtiin Rabbiif malee hintaane. Isa malee akka hin gabbarre ajajeera. Kun amantii qajeelaadha. Garuu irra hedduun namaa hin beekanu.

