عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

Joseph [Yusuf] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 6

Surah Joseph [Yusuf] Ayah 111 Location Maccah Number 12

وَكَذَٰلِكَ يَجۡتَبِيكَ رَبُّكَ وَيُعَلِّمُكَ مِن تَأۡوِيلِ ٱلۡأَحَادِيثِ وَيُتِمُّ نِعۡمَتَهُۥ عَلَيۡكَ وَعَلَىٰٓ ءَالِ يَعۡقُوبَ كَمَآ أَتَمَّهَا عَلَىٰٓ أَبَوَيۡكَ مِن قَبۡلُ إِبۡرَٰهِيمَ وَإِسۡحَٰقَۚ إِنَّ رَبَّكَ عَلِيمٌ حَكِيمٞ [٦]

( yaa yuusuf) Akka kanatti Gooftaan kee si filata; hiikkaa manaamaas si barsiisa; qananii Isaa sirrattiifi maatii Ya’aquub irrattis ni guuta, akkuma kana dura abbootii kee Ibraahiimiifi Isihaaq irratti guute. Dhugumatti, Gooftaan kee beekaa, ogeessa.”(jedheen).