عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

Joseph [Yusuf] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 68

Surah Joseph [Yusuf] Ayah 111 Location Maccah Number 12

وَلَمَّا دَخَلُواْ مِنۡ حَيۡثُ أَمَرَهُمۡ أَبُوهُم مَّا كَانَ يُغۡنِي عَنۡهُم مِّنَ ٱللَّهِ مِن شَيۡءٍ إِلَّا حَاجَةٗ فِي نَفۡسِ يَعۡقُوبَ قَضَىٰهَاۚ وَإِنَّهُۥ لَذُو عِلۡمٖ لِّمَا عَلَّمۡنَٰهُ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَعۡلَمُونَ [٦٨]

Yeroma isaan akkaataa abbaan isaanii isaan ajajeen seenani, (murtii) Rabbii irraa homaa kan isaan duroomsu (isaanirraa deebisu) hin taane. Garuu dhimma lubbuu Ya’aquub keessa jiru ishee baasee. inni waan isa barsiifne irratti abbaa beekumsaati. Garuu irra hedduun namaa hin beekanu. [27]