عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The night journey [Al-Isra] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 101

Surah The night journey [Al-Isra] Ayah 111 Location Maccah Number 17

وَلَقَدۡ ءَاتَيۡنَا مُوسَىٰ تِسۡعَ ءَايَٰتِۭ بَيِّنَٰتٖۖ فَسۡـَٔلۡ بَنِيٓ إِسۡرَٰٓءِيلَ إِذۡ جَآءَهُمۡ فَقَالَ لَهُۥ فِرۡعَوۡنُ إِنِّي لَأَظُنُّكَ يَٰمُوسَىٰ مَسۡحُورٗا [١٠١]

Dhugumatti, Muusaaf mallattoolee ifa ta’an sagal kennineefii jirra. Ilmaan Israa’iil gaafadhu yeroo inni isaanitti dhufee Fir’awni “yaa Muusaa! Ani sihriin qabamaa ta’uun si yaada” isaan jedhe. [16]