The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe Light [An-Noor] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 32
Surah The Light [An-Noor] Ayah 64 Location Maccah Number 24
وَأَنكِحُواْ ٱلۡأَيَٰمَىٰ مِنكُمۡ وَٱلصَّٰلِحِينَ مِنۡ عِبَادِكُمۡ وَإِمَآئِكُمۡۚ إِن يَكُونُواْ فُقَرَآءَ يُغۡنِهِمُ ٱللَّهُ مِن فَضۡلِهِۦۗ وَٱللَّهُ وَٰسِعٌ عَلِيمٞ [٣٢]
Isin irraa konfoleysota (dhiiraas ta’ee dubaratii) fuusisaa (heerumsiisaa). Gabroota keessan kan dhiiraatiifi dubartootaa irraas ta’an isaan gaggaarii (fuusisaa). Yoo hiyyeeyyii ta’anis Rabbiin tola Isaa irraa isaan duroomsa. Rabbiin dureessa, beekaadha.

