عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The Light [An-Noor] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 43

Surah The Light [An-Noor] Ayah 64 Location Maccah Number 24

أَلَمۡ تَرَ أَنَّ ٱللَّهَ يُزۡجِي سَحَابٗا ثُمَّ يُؤَلِّفُ بَيۡنَهُۥ ثُمَّ يَجۡعَلُهُۥ رُكَامٗا فَتَرَى ٱلۡوَدۡقَ يَخۡرُجُ مِنۡ خِلَٰلِهِۦ وَيُنَزِّلُ مِنَ ٱلسَّمَآءِ مِن جِبَالٖ فِيهَا مِنۢ بَرَدٖ فَيُصِيبُ بِهِۦ مَن يَشَآءُ وَيَصۡرِفُهُۥ عَن مَّن يَشَآءُۖ يَكَادُ سَنَا بَرۡقِهِۦ يَذۡهَبُ بِٱلۡأَبۡصَٰرِ [٤٣]

Sila ati hingarree Allaahn duumessa oofee, ergasii gidduu isaa walitti qabee, ergasii tuulamaa isa taasisa, Sana booda rooba gidduu isaatii kan ba’u argita. Akkasumas samii irraa gaara ishee keessatti ta’e kan cabbii irraa ta’erraa (cabbii) buuseeti, nama fedheen isaan tuqa, nama fedhe irraas isa deebisa. Ifti hangaasuu isaa ija balleessutti dhihaata.