عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The Light [An-Noor] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 63

Surah The Light [An-Noor] Ayah 64 Location Maccah Number 24

لَّا تَجۡعَلُواْ دُعَآءَ ٱلرَّسُولِ بَيۡنَكُمۡ كَدُعَآءِ بَعۡضِكُم بَعۡضٗاۚ قَدۡ يَعۡلَمُ ٱللَّهُ ٱلَّذِينَ يَتَسَلَّلُونَ مِنكُمۡ لِوَاذٗاۚ فَلۡيَحۡذَرِ ٱلَّذِينَ يُخَالِفُونَ عَنۡ أَمۡرِهِۦٓ أَن تُصِيبَهُمۡ فِتۡنَةٌ أَوۡ يُصِيبَهُمۡ عَذَابٌ أَلِيمٌ [٦٣]

Waamicha ergamaa (Rabbii) gidduu keessanitti akka waamicha gariin keessan garii waamu hin taasisinaa. Dhugumatti, Rabbiin isaan isin irraa dhokatanii luqqa’an (ba’an) ni beeka, isaan ajaja isaa (nabiyyii) faallessan rakkoon isaan tuquu, yookiin adabbiin laalessaan isaan tuquu of irraa haa eeganu.[10]