The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe family of Imran [Aal-e-Imran] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 114
Surah The family of Imran [Aal-e-Imran] Ayah 200 Location Madanah Number 3
يُؤۡمِنُونَ بِٱللَّهِ وَٱلۡيَوۡمِ ٱلۡأٓخِرِ وَيَأۡمُرُونَ بِٱلۡمَعۡرُوفِ وَيَنۡهَوۡنَ عَنِ ٱلۡمُنكَرِ وَيُسَٰرِعُونَ فِي ٱلۡخَيۡرَٰتِۖ وَأُوْلَٰٓئِكَ مِنَ ٱلصَّٰلِحِينَ [١١٤]
Rabbittiifi guyyaa Aakhiraatti aman; toltuutti ni ajaju; hamtuu irraa ni dhorgu; toltuu keessatti ni arifatu, Isaan sun warra gaggaarii irraayi.

