The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesLuqman [Luqman] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 34
Surah Luqman [Luqman] Ayah 34 Location Maccah Number 31
إِنَّ ٱللَّهَ عِندَهُۥ عِلۡمُ ٱلسَّاعَةِ وَيُنَزِّلُ ٱلۡغَيۡثَ وَيَعۡلَمُ مَا فِي ٱلۡأَرۡحَامِۖ وَمَا تَدۡرِي نَفۡسٞ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدٗاۖ وَمَا تَدۡرِي نَفۡسُۢ بِأَيِّ أَرۡضٖ تَمُوتُۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٌ خَبِيرُۢ [٣٤]
Rabbiin beekumsi Qiyaamaa Isuma bira jira. Roobas ni buusa (niroobsa); waan gadaamessaalee keessa jirus ni beeka. Lubbuun takkas waan boru carraaqqattu hin beektu. Lubbuun takkas dachii tamitti akka duutus hin beektu. Rabbiin beekaa, keessa hubataadha.

