The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesSaba [Saba] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 15
Surah Saba [Saba] Ayah 54 Location Maccah Number 34
لَقَدۡ كَانَ لِسَبَإٖ فِي مَسۡكَنِهِمۡ ءَايَةٞۖ جَنَّتَانِ عَن يَمِينٖ وَشِمَالٖۖ كُلُواْ مِن رِّزۡقِ رَبِّكُمۡ وَٱشۡكُرُواْ لَهُۥۚ بَلۡدَةٞ طَيِّبَةٞ وَرَبٌّ غَفُورٞ [١٥]
Dhugumatti, (warra) ‘Saba’iif’ iddoo jireenya isaanii keessatti mallattoon ta’eera. (Isheenis) oyruu lama gama mirgaafi bitaatiin kan taateedha. “Soorata Gooftaa keessanii irraa nyaadhaa; galata Isaaf galchaa.” (Biyyattiin teessan) biyya gaariidha. (Rabbiin keessan) Gooftaa araaramaadha” (isaaniin jedhame).

