The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesSaba [Saba] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 37
Surah Saba [Saba] Ayah 54 Location Maccah Number 34
وَمَآ أَمۡوَٰلُكُمۡ وَلَآ أَوۡلَٰدُكُم بِٱلَّتِي تُقَرِّبُكُمۡ عِندَنَا زُلۡفَىٰٓ إِلَّا مَنۡ ءَامَنَ وَعَمِلَ صَٰلِحٗا فَأُوْلَٰٓئِكَ لَهُمۡ جَزَآءُ ٱلضِّعۡفِ بِمَا عَمِلُواْ وَهُمۡ فِي ٱلۡغُرُفَٰتِ ءَامِنُونَ [٣٧]
Qabeenyaaleen keessaniifi ilmaan keessan kan dhiheenya gara keenyatti isin dhiheessu hin taane. garuu namoonni amananii, gaggaarii dalagan isaan sun sababa waan isaan dalaganiitiin mindaa dachaa ta’etu isaaniif jira. Isaan gamoowwan ol fuudhamoo keessa nageenyaan jiraatu.

