The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe Troops [Az-Zumar] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 7
Surah The Troops [Az-Zumar] Ayah 75 Location Maccah Number 39
إِن تَكۡفُرُواْ فَإِنَّ ٱللَّهَ غَنِيٌّ عَنكُمۡۖ وَلَا يَرۡضَىٰ لِعِبَادِهِ ٱلۡكُفۡرَۖ وَإِن تَشۡكُرُواْ يَرۡضَهُ لَكُمۡۗ وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٞ وِزۡرَ أُخۡرَىٰۚ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّكُم مَّرۡجِعُكُمۡ فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمۡ تَعۡمَلُونَۚ إِنَّهُۥ عَلِيمُۢ بِذَاتِ ٱلصُّدُورِ [٧]
Yoo kafartan, Rabbiin isin irraa dureessa. Garuu gabroota Isaatiif kufrii hin jaalatu. Yoo (Isa) galateeffattan isa isiniif jaallata. (Lubbuun) dilii hojjattu takka dilii (nama) biraa hin baadhattu. Ergasii gara Gooftaa keessaniiti deebiin keessan. Inni waan isin dalagaa turtan isinitti odeessa. Inni beekaa waan qomoowwan keessaati. [4]

