عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The Women [An-Nisa] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 122

Surah The Women [An-Nisa] Ayah 176 Location Madanah Number 4

وَٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ سَنُدۡخِلُهُمۡ جَنَّٰتٖ تَجۡرِي مِن تَحۡتِهَا ٱلۡأَنۡهَٰرُ خَٰلِدِينَ فِيهَآ أَبَدٗاۖ وَعۡدَ ٱللَّهِ حَقّٗاۚ وَمَنۡ أَصۡدَقُ مِنَ ٱللَّهِ قِيلٗا [١٢٢]

Isaannan amananii, gaggaarii hojjatan, jannatoowwan laggeen ishee jala yaatu isaan seensifna. Yeroo hunda achi keessatti hafu. (zalaalam isii keessa jiraatu) Rabbiin waadaa seenee dhugaa isa godhe. Namni dubbiidhaan Rabbirra dhugaa eenyu? (Hin jiru).