The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe Women [An-Nisa] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 157
Surah The Women [An-Nisa] Ayah 176 Location Madanah Number 4
وَقَوۡلِهِمۡ إِنَّا قَتَلۡنَا ٱلۡمَسِيحَ عِيسَى ٱبۡنَ مَرۡيَمَ رَسُولَ ٱللَّهِ وَمَا قَتَلُوهُ وَمَا صَلَبُوهُ وَلَٰكِن شُبِّهَ لَهُمۡۚ وَإِنَّ ٱلَّذِينَ ٱخۡتَلَفُواْ فِيهِ لَفِي شَكّٖ مِّنۡهُۚ مَا لَهُم بِهِۦ مِنۡ عِلۡمٍ إِلَّا ٱتِّبَاعَ ٱلظَّنِّۚ وَمَا قَتَلُوهُ يَقِينَۢا [١٥٧]
Ammas waan isaan “nuti Masiih Iisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirra” jedhaniif (isaan abaarre), isa hin ajjeefne; hin fannisnes Isaaniitti fakkeeffame malee. warreen isa keessatti wal dhaban isa keessatti shakkii keessa jiru, isarratti beekumsa homaatuu hin qaban sehaa hordofuu malee Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne. [59]

