عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The Women [An-Nisa] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 161

Surah The Women [An-Nisa] Ayah 176 Location Madanah Number 4

وَأَخۡذِهِمُ ٱلرِّبَوٰاْ وَقَدۡ نُهُواْ عَنۡهُ وَأَكۡلِهِمۡ أَمۡوَٰلَ ٱلنَّاسِ بِٱلۡبَٰطِلِۚ وَأَعۡتَدۡنَا لِلۡكَٰفِرِينَ مِنۡهُمۡ عَذَابًا أَلِيمٗا [١٦١]

Dhala odoo dhugumaan irraa dhorgamanii jiranuu fudhachuu isaaniitiin, horii namaa dharaan waan nyaataniif (isaan abaarre), Kaafirtoota isaan irraa ta'aniif adabbii laalessaa qopheessineerra.