The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe Women [An-Nisa] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 171
Surah The Women [An-Nisa] Ayah 176 Location Madanah Number 4
يَٰٓأَهۡلَ ٱلۡكِتَٰبِ لَا تَغۡلُواْ فِي دِينِكُمۡ وَلَا تَقُولُواْ عَلَى ٱللَّهِ إِلَّا ٱلۡحَقَّۚ إِنَّمَا ٱلۡمَسِيحُ عِيسَى ٱبۡنُ مَرۡيَمَ رَسُولُ ٱللَّهِ وَكَلِمَتُهُۥٓ أَلۡقَىٰهَآ إِلَىٰ مَرۡيَمَ وَرُوحٞ مِّنۡهُۖ فَـَٔامِنُواْ بِٱللَّهِ وَرُسُلِهِۦۖ وَلَا تَقُولُواْ ثَلَٰثَةٌۚ ٱنتَهُواْ خَيۡرٗا لَّكُمۡۚ إِنَّمَا ٱللَّهُ إِلَٰهٞ وَٰحِدٞۖ سُبۡحَٰنَهُۥٓ أَن يَكُونَ لَهُۥ وَلَدٞۘ لَّهُۥ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِي ٱلۡأَرۡضِۗ وَكَفَىٰ بِٱللَّهِ وَكِيلٗا [١٧١]
Yaa warra kitaabaa! amantii keessan keessatti daangaa hin dabrinaa; Rabbi irrattis dhugaa malee hin haasa’inaa. Masiih, Iisaan Ilmi Maryam ergamaa Rabbiiti; jecha Isaa (ta'i jedhu) kan Inni isii gara Maryam darbeedha. Ruuhii (uumaa) isaa irraa ta'eedha. Rabbiifi ergamtoota Isaattis amanaa. “(Rabbiin) sadihi” hin jedhina. Isarraa dhorgamaa; isiniif caalaa (ta'aa). Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokkicha qofa. Inni ilmi Isaaf ta’uu irraa qulqullaa’e. Wantoonni samiilee keessaafi wantoonni dachii keessaa kan Isaati. Hirkoodhaaf Rabbiin qofti ga’aadha. [64]

