The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe Women [An-Nisa] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 78
Surah The Women [An-Nisa] Ayah 176 Location Madanah Number 4
أَيۡنَمَا تَكُونُواْ يُدۡرِككُّمُ ٱلۡمَوۡتُ وَلَوۡ كُنتُمۡ فِي بُرُوجٖ مُّشَيَّدَةٖۗ وَإِن تُصِبۡهُمۡ حَسَنَةٞ يَقُولُواْ هَٰذِهِۦ مِنۡ عِندِ ٱللَّهِۖ وَإِن تُصِبۡهُمۡ سَيِّئَةٞ يَقُولُواْ هَٰذِهِۦ مِنۡ عِندِكَۚ قُلۡ كُلّٞ مِّنۡ عِندِ ٱللَّهِۖ فَمَالِ هَٰٓؤُلَآءِ ٱلۡقَوۡمِ لَا يَكَادُونَ يَفۡقَهُونَ حَدِيثٗا [٧٨]
“Eessallee yoo taatan duuti isin dhaqqaba. Odoo gamoowwan ciccimoo keessa taatanillee (isin irraa hin hafu). Yoo toltuun isaan tuqxe immoo “tun Rabbiin biraayi” jedhu. Yoo hamtuun wahii isaan tuqxe immoo “(yaa Muhammad!) kun si biraayi" jedhu. “Hunduu Rabbiin biraayyi" jedhi. Ummanni kun maaltu isaaniif jiraayyi dubbii hubachuutti hin dhihaanne? [34]

