عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The Women [An-Nisa] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 91

Surah The Women [An-Nisa] Ayah 176 Location Madanah Number 4

سَتَجِدُونَ ءَاخَرِينَ يُرِيدُونَ أَن يَأۡمَنُوكُمۡ وَيَأۡمَنُواْ قَوۡمَهُمۡ كُلَّ مَا رُدُّوٓاْ إِلَى ٱلۡفِتۡنَةِ أُرۡكِسُواْ فِيهَاۚ فَإِن لَّمۡ يَعۡتَزِلُوكُمۡ وَيُلۡقُوٓاْ إِلَيۡكُمُ ٱلسَّلَمَ وَيَكُفُّوٓاْ أَيۡدِيَهُمۡ فَخُذُوهُمۡ وَٱقۡتُلُوهُمۡ حَيۡثُ ثَقِفۡتُمُوهُمۡۚ وَأُوْلَٰٓئِكُمۡ جَعَلۡنَا لَكُمۡ عَلَيۡهِمۡ سُلۡطَٰنٗا مُّبِينٗا [٩١]

Warra biraa kan nagaya isin irraafi nagaya ummata isaanii irraa barbaadan fuuldura ni argitu. Dhawaata gara shirkiitti deebifamaniin ishee keessa cuuphamu. Yoo isaan isin irraa hin fagaatin, nagaa gara keessan hin dhaqqabsiisiniifi harkoowwan isaanii hin qabin, isaan qabaa, isaan ajjeesaa bakka isaan argitanitti. Warra kana, Nuti isaan irratti (lola akka deemsiftan) ragaa ifa ta’e isiniif goonee jirra.