عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The victory [Al-Fath] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 18

Surah The victory [Al-Fath] Ayah 29 Location Madanah Number 48

۞ لَّقَدۡ رَضِيَ ٱللَّهُ عَنِ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ إِذۡ يُبَايِعُونَكَ تَحۡتَ ٱلشَّجَرَةِ فَعَلِمَ مَا فِي قُلُوبِهِمۡ فَأَنزَلَ ٱلسَّكِينَةَ عَلَيۡهِمۡ وَأَثَٰبَهُمۡ فَتۡحٗا قَرِيبٗا [١٨]

(Yaa Muhammad!) Rabbiin mu’uminoota yeroo isaan muka jalatti waadaa siif seenan irraa jaallateera. Waan onneewwan isaanii keessa jiru beekeera. Tasgabbii isaan irratti buuse. injifannoo dhihoo ta’e (injifannoo keybar) isaaniif galata galche. [4]