The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe cattle [Al-Anaam] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 110
Surah The cattle [Al-Anaam] Ayah 165 Location Maccah Number 6
وَنُقَلِّبُ أَفۡـِٔدَتَهُمۡ وَأَبۡصَٰرَهُمۡ كَمَا لَمۡ يُؤۡمِنُواْ بِهِۦٓ أَوَّلَ مَرَّةٖ وَنَذَرُهُمۡ فِي طُغۡيَٰنِهِمۡ يَعۡمَهُونَ [١١٠]
Onneewwan isaaniitiifi agartuuwwan isaanii garagaggalchina, Akkuma isaan yeroo jalqabaa isatti hin amanin. jallina isaanii keessatti isaan dhiifna Kan dhama'an ta'anii.

