عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The cattle [Al-Anaam] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 137

Surah The cattle [Al-Anaam] Ayah 165 Location Maccah Number 6

وَكَذَٰلِكَ زَيَّنَ لِكَثِيرٖ مِّنَ ٱلۡمُشۡرِكِينَ قَتۡلَ أَوۡلَٰدِهِمۡ شُرَكَآؤُهُمۡ لِيُرۡدُوهُمۡ وَلِيَلۡبِسُواْ عَلَيۡهِمۡ دِينَهُمۡۖ وَلَوۡ شَآءَ ٱللَّهُ مَا فَعَلُوهُۖ فَذَرۡهُمۡ وَمَا يَفۡتَرُونَ [١٣٧]

Akka kanatti shariikonni isaanii hedduu mushrikootarraa ta'aniif ajjeechaa ilmaan isaanii miidhagseef, isaan balleessuufi amantii isaanii isaan irratti walfakkeeysuuf jecha. Odoo Rabbiin fedhee hin raawwatanu ture. isaan dhiisi waan isaan kijibanis.