عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The cattle [Al-Anaam] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 152

Surah The cattle [Al-Anaam] Ayah 165 Location Maccah Number 6

وَلَا تَقۡرَبُواْ مَالَ ٱلۡيَتِيمِ إِلَّا بِٱلَّتِي هِيَ أَحۡسَنُ حَتَّىٰ يَبۡلُغَ أَشُدَّهُۥۚ وَأَوۡفُواْ ٱلۡكَيۡلَ وَٱلۡمِيزَانَ بِٱلۡقِسۡطِۖ لَا نُكَلِّفُ نَفۡسًا إِلَّا وُسۡعَهَاۖ وَإِذَا قُلۡتُمۡ فَٱعۡدِلُواْ وَلَوۡ كَانَ ذَا قُرۡبَىٰۖ وَبِعَهۡدِ ٱللَّهِ أَوۡفُواْۚ ذَٰلِكُمۡ وَصَّىٰكُم بِهِۦ لَعَلَّكُمۡ تَذَكَّرُونَ [١٥٢]

Qabeenya yatiimaa karaa isheen toltuu taateen malee hanga inni umrii cimina isaa ga’utti itti hin dhihaatinaa; safaraafi miizaana haqaan guutaa, Nuti lubbuu takkas dandeettii isii malee hin dirqisiifnu. yeroo jettan (ragaa kennitan), haqarratti tahaa Odoma (ka ragaa baataniif yookaa irratti baatan) fira dhihoo ta’ellee (hinjallisinaa). Waadaa Rabbiis guutaa. Kana akka isin yaadattaniif isinii dhaame.[33]