The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe heights [Al-Araf] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 36
Surah The heights [Al-Araf] Ayah 206 Location Maccah Number 7
وَٱلَّذِينَ كَذَّبُواْ بِـَٔايَٰتِنَا وَٱسۡتَكۡبَرُواْ عَنۡهَآ أُوْلَٰٓئِكَ أَصۡحَٰبُ ٱلنَّارِۖ هُمۡ فِيهَا خَٰلِدُونَ [٣٦]
Warri keeyyattoota keenya kijibsiisanii ishee irraa boonan, isaan warra ibiddaati; isaan ishee keessatti hafoodha.

