The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesRepentance [At-Taubah] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 12
Surah Repentance [At-Taubah] Ayah 129 Location Madanah Number 9
وَإِن نَّكَثُوٓاْ أَيۡمَٰنَهُم مِّنۢ بَعۡدِ عَهۡدِهِمۡ وَطَعَنُواْ فِي دِينِكُمۡ فَقَٰتِلُوٓاْ أَئِمَّةَ ٱلۡكُفۡرِ إِنَّهُمۡ لَآ أَيۡمَٰنَ لَهُمۡ لَعَلَّهُمۡ يَنتَهُونَ [١٢]
Yoo erga waadaa seenanii booda waadaa isaanii diiganii amantii keessan xiqqeesan (arrabsan), hoggantoota kufriitin lolaa isaan waadaan isaaniif hin jiruu, akka dhorgamaniif. [5]

