The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesRepentance [At-Taubah] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 34
Surah Repentance [At-Taubah] Ayah 129 Location Madanah Number 9
۞ يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓاْ إِنَّ كَثِيرٗا مِّنَ ٱلۡأَحۡبَارِ وَٱلرُّهۡبَانِ لَيَأۡكُلُونَ أَمۡوَٰلَ ٱلنَّاسِ بِٱلۡبَٰطِلِ وَيَصُدُّونَ عَن سَبِيلِ ٱللَّهِۗ وَٱلَّذِينَ يَكۡنِزُونَ ٱلذَّهَبَ وَٱلۡفِضَّةَ وَلَا يُنفِقُونَهَا فِي سَبِيلِ ٱللَّهِ فَبَشِّرۡهُم بِعَذَابٍ أَلِيمٖ [٣٤]
Yaa warra amantan! Dhugumatti irra hedduun qeesotaafi moloksootaa qabeenya namootaa dharaan (haqaan malee) nyaatan; karaa Rabbii irraa (namoota) deebisan (akka hin islaamoyne dhoowwan), Isaan meetaafi warqee kuusatan, kan karaa Rabbii keessatti ishee hin sadaqanne (zakaa irraa hinbaafne) adabbii laalessaan isaan gammachiisi. [12]

