The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesRepentance [At-Taubah] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 83
Surah Repentance [At-Taubah] Ayah 129 Location Madanah Number 9
فَإِن رَّجَعَكَ ٱللَّهُ إِلَىٰ طَآئِفَةٖ مِّنۡهُمۡ فَٱسۡتَـٔۡذَنُوكَ لِلۡخُرُوجِ فَقُل لَّن تَخۡرُجُواْ مَعِيَ أَبَدٗا وَلَن تُقَٰتِلُواْ مَعِيَ عَدُوًّاۖ إِنَّكُمۡ رَضِيتُم بِٱلۡقُعُودِ أَوَّلَ مَرَّةٖ فَٱقۡعُدُواْ مَعَ ٱلۡخَٰلِفِينَ [٨٣]
Yoo Rabbiin gara garee isaan irraa taateetti si deebisee, (duulaaf) bahuuf hayyama si gaafatan, jedhiin. “na wajjiin gonkumaa hin baatan; na wajjinis diinaan hin loltanu, Isin yeroo jalqabaa taa’umsa jaalattanii jirtu. warra (mana) taa’an wajjin taa’aa”(jedhiin). [26]

