The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesRepentance [At-Taubah] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 86
Surah Repentance [At-Taubah] Ayah 129 Location Madanah Number 9
وَإِذَآ أُنزِلَتۡ سُورَةٌ أَنۡ ءَامِنُواْ بِٱللَّهِ وَجَٰهِدُواْ مَعَ رَسُولِهِ ٱسۡتَـٔۡذَنَكَ أُوْلُواْ ٱلطَّوۡلِ مِنۡهُمۡ وَقَالُواْ ذَرۡنَا نَكُن مَّعَ ٱلۡقَٰعِدِينَ [٨٦]
Yeroo suuraan Rabbitti amanaa ergamaa Isaa wajjiin qabsaa’aa isaaniin jettu takka buufamte, isaan irraa warri qabeenya qaban si hayyamsiifatan “Nu dhiisi nuti warra taa’an wajjin taanaa” jedhan.

