عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The morning hours [Ad-Dhuha] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Surah The morning hours [Ad-Dhuha] Ayah 11 Location Maccah Number 93

Waareenin (kakadha). [1]

Halkaniinis yeroo inni (dukkaneessee) callise.

Aakhiraatu tanduraa (addunyaa) irra siif caala.(qananii hindhumne waan qabduuf).

Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siifii (ummata keetiifis) kenna; ni jaalattas.

Dogoggoraa (wallaalaa) ta’uu si argee si qajeelche (sibarsiise).

Ni'imaa (qananii) Gooftaa keetii odeessi (galata galchi).