The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesAbraham [Ibrahim] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 22
Surah Abraham [Ibrahim] Ayah 52 Location Maccah Number 14
وَقَالَ ٱلشَّيۡطَٰنُ لَمَّا قُضِيَ ٱلۡأَمۡرُ إِنَّ ٱللَّهَ وَعَدَكُمۡ وَعۡدَ ٱلۡحَقِّ وَوَعَدتُّكُمۡ فَأَخۡلَفۡتُكُمۡۖ وَمَا كَانَ لِيَ عَلَيۡكُم مِّن سُلۡطَٰنٍ إِلَّآ أَن دَعَوۡتُكُمۡ فَٱسۡتَجَبۡتُمۡ لِيۖ فَلَا تَلُومُونِي وَلُومُوٓاْ أَنفُسَكُمۖ مَّآ أَنَا۠ بِمُصۡرِخِكُمۡ وَمَآ أَنتُم بِمُصۡرِخِيَّ إِنِّي كَفَرۡتُ بِمَآ أَشۡرَكۡتُمُونِ مِن قَبۡلُۗ إِنَّ ٱلظَّٰلِمِينَ لَهُمۡ عَذَابٌ أَلِيمٞ [٢٢]
yeree amriin raawwatamu sheyxaanni ni jedhe: “Rabbiin waadaa dhugaa isiniif seene (waan waadaa seene isiniif guute); anis waadaa isiniif seenee isin gane. isin irratti anaaf aangoon tokkollee hin taane. Isin waamnaanuma naaf owwaattan malee. anan komatinaa, lubbuulee teessan komadhaa malee. Ani isiniif birmataa miti; isiniis naaf birmatoo miti. Ani waan isin duraan (Rabbitti) na qindeessitan waakkadhe” Dhugumatti, miidhaa raawwattoonni adabbii laalessaatu isaaniif jira. [6]

