The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesAbraham [Ibrahim] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 37
Surah Abraham [Ibrahim] Ayah 52 Location Maccah Number 14
رَّبَّنَآ إِنِّيٓ أَسۡكَنتُ مِن ذُرِّيَّتِي بِوَادٍ غَيۡرِ ذِي زَرۡعٍ عِندَ بَيۡتِكَ ٱلۡمُحَرَّمِ رَبَّنَا لِيُقِيمُواْ ٱلصَّلَوٰةَ فَٱجۡعَلۡ أَفۡـِٔدَةٗ مِّنَ ٱلنَّاسِ تَهۡوِيٓ إِلَيۡهِمۡ وَٱرۡزُقۡهُم مِّنَ ٱلثَّمَرَٰتِ لَعَلَّهُمۡ يَشۡكُرُونَ [٣٧]
Gooftaa keenya! Ani garii maatii kiyya irraa ta’e bowwaa (laga) qonna hin qabne, mana kee kabajamaa biratti kaayee jira. Gooftaa keenya! Akka salaata gadi dhaabaniif (achi isaan kaaye). nama irraa onneewwan (isaanii) kan gara isaanii hawwitu taasisi; fuduraalee irraas isaan soori Akka isaan Si galateeffataniif.

