The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesShe that is to be examined [Al-Mumtahina] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center - Ayah 8
Surah She that is to be examined [Al-Mumtahina] Ayah 13 Location Madanah Number 60
لَّا يَنۡهَىٰكُمُ ٱللَّهُ عَنِ ٱلَّذِينَ لَمۡ يُقَٰتِلُوكُمۡ فِي ٱلدِّينِ وَلَمۡ يُخۡرِجُوكُم مِّن دِيَٰرِكُمۡ أَن تَبَرُّوهُمۡ وَتُقۡسِطُوٓاْ إِلَيۡهِمۡۚ إِنَّ ٱللَّهَ يُحِبُّ ٱلۡمُقۡسِطِينَ [٨]
Rabbiin (tola itti ooluu) isin hindhoowwu isaan amantii keessatti isin hin waraaniniifi manneen keessan irraa isin hin baasiniif tola ooluufi haqaa isaanitti hojjachuu isin hin dhorgu. Rabbiin warra haqa dalagan jaalata. [6]

